GADDA SUUKANNEESSAA Waraanni Mootummaa Duguggaa Sanyii raawwachaa Jira.
[SQ Gurraandhala 22/2022] Lixa Oromiyaa Ona Gulisoo Araadda Wayyuu Manniitti Har’a Ganama Waraanni Mootummaa Namoota sadii ajjeesse.
Namonni isaan ajjeesan kunneen ;
√ Barataa Kutaa Torbaffaa Lammii Guddinaa
√ Barataa Hambaa Tarrafuu Akkasumas Dargaggoo Xibabuu Baqqalaa Ajjeesuun mana jireenyaa Xibabuu Baqqalaafa Abiddaa gubuun Odeessi nu qaqabee NI ibsa.
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO
Guraandhala 22/2022

