Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Giddu Galeessaa Oromiyaa godina lixa Shaggar ona Liiban Jaawwii keessatti tarkaanfii fudhate

WBOn Giddu Galeessaa Oromiyaa godina lixa Shaggar ona Liiban Jaawwii keessatti tarkaanfii fudhate!

(ONM-ABO Bitootessa 2,2022)

Korommiin gidduu galeessa Oromiyaa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo lixa Shaggar keessa sosso’u ona Liiban Jaawwii keessatti tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti fudhateen hedduu ajjeesee gariin madeessuu doqdoqqee, konkolaataa fi meeshaalee gurguddaa booji’uun mooraa ishee barbadeessee jira. Humni dabalataa Baabbicha irraa dhaqxe uummata ganda Tulluu Naccaa dirqiin baasuun boolla erga qochiisteen booda WBO loluuf qophooftuus itti hin milmoofne.

Gootummaan ilmaan Oromoo gabrummaa uummaticha irraa buusuuf aarsaa kafalaniin ifa malee gabrummaa uummatichatti cimsaniin miti.

Injifannoon Uummata Oromoof

ONM-ABO Bitootessa 2,2022

Exit mobile version