Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Obbo Amaan Kadiir, Miseensi WBO durii fi Hayyuun Oromoo, Obbo Jamaal Ganamoo, Keessummoota Qophii Qorqortii Siyaasaa ONM – ABO galgala kanaati

Obbo Amaan Kadiir, Miseensi WBO durii fi Hayyuun Oromoo, Obbo Jamaal Ganamoo, Keessummoota Qophii Qorqortii Siyaasaa ONM – ABO galgala kanaati.

Qophiin keenya karaa youtube ONM – ABO fi karaa satellite TV Fnn sa’a 2:30 irratti eegala.

Itti dhiyaadha !

Dubbii Jajjabduu irraa dubbanna, shira Oromoo Sabbaaqaa – balasa yookaan Arraataan wal dura dhaabuuf, takkaa’uu qircuuf warri ergama qaban yookaan Inphaayera suphuuf dhamayan itti jiran irratti mariyanna.

Warra seenaa fi dhugaa beeku irraa haa barannu, sa’a baallamanetti waliin haa caqsnu !

Exit mobile version