Tikoonni Sirna Dullachaa Dargaggoota Oromoo Hidhaatti calleessuu Mana hidhaa baasanii ajjeesaa jiru jedhame.
(SQ-Fulbaana 22/2022)
Kibba lixa shaggar ona Gooroo ganda doogamaa dambii tii wiixata Darbee Ukkaamsun Fulbaana 20/2022 kibxata halkan sa’aa 9:00tti Qeerroo Buushanaa Bulloo jedhamu mana hidhaatii baasuun ajjeesanii gatani.

