Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Ajjechaan Ilmaan Oromoo irratti sababa Oromummaa qofaaf raawwatu itti fufee jira.

Ajjechaan Ilmaan Oromoo irratti sababa Oromummaa qofaaf raawwatu itti fufee jira.

(SQ Onkoloolessa 02, 3022)

Kibba Bahaa Oromiyaa Godina Arsii Bahaa Aanaa Martii Ganda Wataroo Diinoo jedhamutti waraanni faashistii mootummaa Abiyyii Ahimad badii tokko malee joollee ganna 14 kan siyaasa kamuu keessaa harka hin qabnee fi maalummaa siyaasatuu hin beekne nama ammaaf maqaan isaa adda baye Muhammad Usmaan Saafanoo jedhamuu fi nama ammaaf maqaan isaa fi eenyummaan isaa adda hin bayiin kan karaa deemu Fulbaana 30/2022 gaafa jimaata rasaasa itti roobsuun ajjeesanii jiru.

Muhaammad Usmaan saafanoo ganda dhaloota isaa wataroo diinotti sirni awwaalcha isaa gaafuma jimaataa gaggeeffamee jira.





Exit mobile version