Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Sagantaan idillee IJA BANAA Dilbata waaree booda akka za’a Finfinneetti za’a 4:00 pm irraa eegalee karaa Satalaayitii Arraata Biyyooleessa Oromiyaa, Youtube, Facebook, Telegram fi Tweeter irratti kallattiin darba

Sagantaan idillee IJA BANAA Dilbata waaree booda akka za’a Finfinneetti za’a 4:00 pm irraa eegalee karaa Satalaayitii Arraata Biyyooleessa Oromiyaa, Youtube, Facebook, Telegram fi Tweeter irratti kallattiin darba. Irratti hirmaachuun yaadaa fi Gaaffii qabdan dhiheeffadhaa. Sagantaa kana irratti Qondaaltootaa fi Miseensoota WBO irratti argama. Sagantaa IJA BANAA hoggayyuu irratti hirmaannee dhimma Oromoo fi Oromiyaa haa mari’annu!!

Oromiyaan Biyya!!

Exit mobile version