ONM-ABO Guraandhala 2, 2023 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo baha Wallaggaa aanaa Diggaa keessa diina buqqisuuf watwaachisaa jira.
Hanga ammaatti tarkaanfii fudhatameen bilxiginnaa hedduun du’uun kaanis madaa’uun meeshaalee waraanaa irraa hiikameera.
Injifannoon Uummata Oromoof!