Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Sirba Qabsoo Weellisaa Jaal Booree Addunyaa mata duree “Biyyaaf Kufe Goonni ” jedhu karaa YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Jimaata dhufu Ebla 14, 2023 jalbultii Guyyaa Gootota Oromoo ilaalchisuun ni gadhiifama

Sirba Qabsoo Weellisaa Jaal Booree Addunyaa mata duree “Biyyaaf Kufe Goonni ” jedhu karaa YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Jimaata dhufu Ebla 14, 2023 jalbultii Guyyaa Gootota Oromoo ilaalchisuun ni gadhiifama.

YouTube Arraata ONM jedhu subscribe gochuun nu hordofa!

Aartistootni Oromoo lafee dugdaa qabsoo bilisummaa Oromoo ti.

Injifannoon Uummata Oromoof !

https://youtube.com/@ArraataONM

Exit mobile version