Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Miseensonni raayyaa ittisa impaayerattii kun qawwee AKM Turkii 3, dachaatuu 3, rasaasa 900, boombii harkaa 2 fi hidhannoo 6 qabachuun WBO bira gaa’anii jiru

Adoolessa 1, 2023

Godina Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa ganda Heera Lippichuu irraa namni 2 hidhannoo guutuudhaan gara WBOtti  harka kennatanii jiru.

Ilmaan Oromoo dogonggoraan humnaa fi beekumsa isaaniin sirna nama nyaataa bilxiginnaa tajaajiluu isaaniitti gadduun, kanaan booda sirnicha hundeen buqqaasuuf WBO waliin akka lolan waadaa seenuun, ilmaan Oromoo achi keessatti hafan akka sirna faashistii PP gananii WBOtti makamaniif ergaa dabarsanii jiru.

Exit mobile version