Waraanni Murna PP kan Uummata Oromoof naasuu homaatuu hin qabne, Oromoo lafarraa daguuguu cimsee itti fufee jira
SQ-Sadaasa 09, 2023 Maddeen Sagalee Qeerroo akka jedhanitti, Baha Shaggar Ona Boosat Ganda Garriitti (bakka yeroo darbe Aadde Kuulii Hawaas…
Miseensi raayyaa ittisa impaayerattii tokko Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii kibba baha Oromiyaatti harka kennate
ONM-ABO Sadaasa 9, 2023 Har’a Sadaasa 9, 2023 miseensi waraana bilxiginnaa tokko baha Shaggar aanaa Boosat keessatti sirna abaaramaa bilxiginnaa uummata…
Waraanni faashistii PP godina Arsii Bahaa aanaa Martii keessatti manneen uummataa guban
ONM-ABO Sadaasa 8, 2023 Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Baha Oromiyaa godina Arsii Bahaa aanaa Martii ganda Watticha Dolee iddoo addaa…
Chaayinaan diinummaan Israa’eloota, Falasxiinota gidduutti uumamu hatattamaan akka dhaabbatu gaafachuu CGTN gabaase
ONM-ABO Sadaasa 8, 2023 Chaayinaan Kibxata kaleessaa qaamotni waldhabdee Israa’elii fi Falasxiin keessa jiran hatattamaan diinummaa akka dhaaban gaafachuu CGTN gabaase.…