Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Waraanni Impaayera Itoophiyaa yakka tokko malee, Ajjeesu itti fufe

SQ-Muddee 1/2023

Waraanni Impaayera Itoppphiyaa Shaggar Bahaa Boosat keessatti Shamarree tokko hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda jechuun ajjeese.

Barattuu Na’iimaa Abdoo kan kutaa 12ffaa barachaa kan jirtu yoo tahu, Waraanni murna bilxiginnaa WBO waliin hidhata qabda jechuun karaa irraa qabee bakka Boosat bakka addaa Soogiddoo jedhamutti rasaasa itti dhukaasuun ajjeesun dhagahame.

Exit mobile version