» Gurmuu Tumsa WBO Adenitti,
» Gurmuu Urjii Radaatti fi
» Gurmuu Faana Kaayyoo Maaribitti,
Akka Giddu gala bahaatti, Sa’atii 2:00PM,
Guyyaan Amajjii 12/2024
√ Keessummootni Kabajaa:
Itti Gaafatamaa Jaarmayaa ABO-WBO Idil-Addunyaa Jaal Qajeelaa Siraaj,
Gorsaa Ajajaa Olaanaa ABO-WBO fi Itti Gaafatamaan Jaarmayaa ABO-WBO Biyya Alaa Jaal Jireenyaa Guddataa,
Itti Gaafatamaa Ijaarsaa fi Siyaasaa Jaarmayaa ABO-WBO Jaal Cichaa Goobaa fi Itti Gaafatamtuu Media fi Sabqunnamtii Jaarmayaa ABO-WBO
Jaal Lalisee Galmoo Roobaa Karaa Toora Zoomiin nu gidduutti ni argamu!!
Kottaa? Miseensotni, Deeggartoonni fi Jaallattoonni WBO Guyyaa Kana Waliin haa oollu!