Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Qophii Qorqortii Siyaasaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraa isiniif darbuuf keessummaa keenya kan ta’an Luba Dr. Bantii Ujuluu

ONM-ABO Bitootessa 22, 2024

Qophii Qorqortii Siyaasaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraa isiniif darbuuf keessummaa keenya kan ta’an Luba Dr. Bantii Ujuluu galgala kana sa’a 12:00tti qabannee isiniif dhiyaanna.

Nu Hordofaa!

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Sagalee Cunqurfamtootaa!

Exit mobile version