Yaamicha Deeggarsa Duula Irbuu Shinnigaa ilmaan Oromoo maraaf!

ABO-WBO Oromiyaa guutuu keessatti Duula Irbuu Shinniggaa je’amu gaggeessaa akka jiru Oromoon marti beeka jennee ti amanna. Seenaa wareegama gabaabdu itti, wareegamni hoggantoonni fi qondaalonni ABO, kan akka jaal Magarsaa Barii (Bariisoo Waabee), jaal Damissee Tacaanee (Gadaa Gammadaa), jaal Abboomaa Mitikkuu (Abbaa Xiiqii), jaal Irra Aanaa Qcalee (Abdi Nuur Sheek Hassan), Jaal Faafam Dooyyoo, Jaal … Continue reading Yaamicha Deeggarsa Duula Irbuu Shinnigaa ilmaan Oromoo maraaf!