ONM-ABO Waxabajjii 30, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa Bobbaa Irbuu Shinniggaan godina Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa ganda Haroo Baartaatti seenuudhaan tarkaanfii halkan edaa Waxabajjii 29 fudhateen injifannoo galmeessee jira.
Tarkaanfii waraana faashistii Itoophiyaa irratti fudhate kanaanis hedduu du’aa fi madoon adabee qawwee 𝗔𝗞𝗠 1 irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromootiif galii taasisee jira.
Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa ❗
Injifannoon Uummata Oromo

