Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn godina Lixa Shaggar aanaa Meettaa Walqixxee keessatti diina du’aa fi madoon adabe

ONM-ABO Adoolessa 8, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu itti fufuun godina Lixa Shaggar aanaa Meettaa Walqixxee keessatti waraana faashistii PP du’aa fi madoon adabuun injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Tarkaanfii guyyaa kaleessaa Adoolessa 7 aanaa Meettaa Walqixxee ganda Haroo Meexxii bakka addaa Waraabii jedhamutti fudhateen ergamtoota Abiy Ahimed irraa 15 ajjeesee 9 madeessee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version