ONM-ABO Fulbaana 4, 2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO’n tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessuun Lixa Shaggar keessatti injifannoo boonsaa galmeessaa jira. Haaluma kanaan gabaasa sababa neetwoorkiif bubbulee nu qaqqabeen Adoolessa 23, 2024 WBO’n Zoonii Giddu Galeessaa Cibraan Jibaat godina Lixa Shaggar aanaa Jibaat bakka Boolloo jedhamtutti waraana faashistii PP magaalaa Shanan irraa … Continue reading Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Tarkaanfii Boonsaa Lixa Shaggar Aanaa Jibaat Keessatti Fudhachaa Jiruun Injifannoo Boonsaa Galmeesse
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed