Gaaffii fi Deebii Itti Aanaa Ajajaa Olaanaa Jaal Gammachuu Abbooyyee Arraata Biyyoolessa Oromiyaa waliin taasisan har’a galgala sa’a 2:00 akka lakkoofsa impaayerattiitti qabannee isiniif dhiyaanna.
Toorri tamsaasa keenya itti argattan
- TV
- Facebook 👇
https://www.facebook.com/Arraatabiyyolessa?mibextid=LQQJ4d https://www.facebook.com/share/d4hJVcD3Bb6q8CvC/?mibextid=LQQJ4d
- Telegram 👇
- Twitter ( X ) ammaa 👇
- Rumble’n sa’a wal fakkataatti caqasuu dandeessu.

