Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Godina Gujii Lixaa Keessatti Diina Du’aa fi Madoon Adabe

ONM-ABO Muddee 10, 2024

Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta’e WBOn Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Lixaa aanaa Malkaa Sooddaa ganda Kuroo Negellee jedhamu keessatti kaleessa Muddee 9, 2024 waraana faashisti Abiy Ahimed irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen loltoota 20 ol yemmuu ajjeessu 14 madoon adabe jira.
Halkan eda diinni doqdoqqee kudhaniin dhuftee bakka lolaa irraa madoo yoo kaastu, ganama har’aa ammoo konkolaataadhaan reeffa guuraa akka turan barameera.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version