Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Paakistaan Punjaabis Baaloochistaan keessatti namootni qawwee hidhatan haleellaa Awtoobisii irratti raawwatan namoota nagaa 9 ajjeesan

ONM-ABO Adoolessa 12, 2025 

Namoonni qawwee qaban bulchiinsa Paakistaan Baaloochistaan keessatti otoobisoota imaltootaa lama haleeluun, ajjeechaa sabaa irratti xiyyeeffate raawwachuu isaanii Jimaata kaleessaa himaniiru.

Awutoobisootni magaalaa Baaloochii Ku’ettaa irraa gara naannoo Puunjab imalan aanaalee Ziob fi Lorarayi keessatti dhaabbataniiru. Qawween imaltoota hedduu awtoobisoota irraa fudhatanii rasaasaan rukutanii ajjeesuu  gabaasni seeraa gabaaseera.

“Imaltoota 10 harkisanii baasan — torba  tokko irraa, sadii immoo isa kaan irraa — fudhatanii deeman. Waan isaan irratti godhan hin beeku, garuu yeroo deemnu dhukaasa dhaga’e,” jechuun otobusii keessaa tokko kan lubbuun hafe Paakistaan Daily Dawn’tti himeera.

Exit mobile version