Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti kaleessa ka’ee godina Gujii onoota garaagaraa keessatti fudhachaa jiraachuu beeksise.…
Irree fi abdiin uummata Oromoo gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii Giddu galaa humna faashistii koloneel Abiy Ahmed irratti tarkaanfi fudhate!…
Gara jabeenya Waraana faashistii pp ilaalaa (SQ-Caamsaa 01/2022) Daa’ima Carraa Eliyaas Baalchaa umuriinsa ganna 12 yoo tahu. Aanaa Daallee Waabaraatti…
Koongiressman Braad Sheermaan affeera ministeerri maallaqaa fi Ambaassaaddara Itoophiyaa Ameerikaatti kan ta’an taasisaniif kufaa godhan. ONM – ABO – Ebla…
Ilmaan Oromoo bakkoota garaagaraa irraa waraanni faashistii PP qabee hidhaanii ture gara magaalaa Bishooftuutti fiduun namoota 16 bakka tokkotti ajjeesan.…
Ona Ada’aa Bargaatti Mootummaan Faashistii Muurna PP Namoota Nagaa 46 Xayyaaraan Haleelee Ajjeese! [SQ Eebila 30/2022] Guyyaa dheengaddaa gara galgalaa…
OMN irrattii I Aanaa Ajajaa fi ittii gaafataman damee siyaasaa kaabaa fi lixaa shaggaari kan ta ‘ee Jaal Booree Lammiikan…