Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Giddu Galeessaa Oromiyaa Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar tarkaanfii laalessaa waraana sirna PP Irratti Fudhate

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Giddu Galeessaa Oromiyaa Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar tarkaanfii laalessaa waraana sirna PP Irratti Fudhate!

( ONM-ABO Bitootessa 5,2022 )

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii Giddu Galeessaa Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar tarkaanfii Shaggar kaabaa aanaa Yaayyaa Gullallee magaalaa Daalattii keessatti Bitootessa 4,2022 guyyaan mooraa diinatti cabsuun 20 battalatti ajjeesee 15 ol madeessuun mooraa keessaa gugsee dhuunfatee jira. Haleellaa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo mooraa PP ona Yaayyaa Guullallee magaalaa Daalattii raawwateen isnaayippera , bireena 1 fi qawwee AKM 15 hiikuun galii dantaa qabsoof bilisummaa Oromoof oolchee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof

Exit mobile version