Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Cibraa Soddom Booroo konkolaata Mootummaa Faashistii booji’u beeksise

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Cibraa Soddom Booroo konkolaata Mootummaa Faashistii booji’u beeksise.

(ABO-ONM Ebla 8/2022)

Irreef Gaachanni Uummata Oromoo Waardiyaan Saba guddaa Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii kibbaa Cibraa Soddom Booroo guyyaa kaleessaa sakattaa daandirraa Nagellee Hawaasaa geessuu irratti Konkolaata Mootummaa Faashistii lama kan loojistii Waraana weerartuu deddebisuu tokkofi kan kaadiroonni sirnicha ittin deemun Uummata Afaan faajjeessaan Ispaaltii walakkatti to’achuun galii moonaa qabsoo Bilisummaa Oromoof oolcheera.

Exit mobile version