Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa Godina Gujii bahaa keessatti tarkaanfii fudhatu itti fufe!

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa Godina Gujii bahaa keessatti tarkaanfii fudhatu itti fufe!

( ONM-ABO Hagayya 3,2022 )

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii bahaa keessa socho’u Cibraan Odaa Adoolaa aanaa Waadaraa ganda Gadamsoo iddoo addaa Kiliwwee jedhamutti Hagayya 3,2022 waraana weerartuu PP kan maqaa sakattaatiin bobbaate irratti tarkaanfii laalessa fudhateen loltoota PP 21 battalatti yoo ajjeesu 14 ammoo madeessee jira.

Lola kanasn uffata waraanaa hedduu irraa booji’uun injifannoo boonsaa galmeesse jira

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version