Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa ona Bulee Horaa keessatti ganama kana tarkaanfii diina irratti fudhatee jira

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa ona Bulee Horaa keessatti ganama kana tarkaanfii diina irratti fudhatee jira.

ONM-ABO Hagayya 17,2022 Godina Gujii Lixaa ona Bulee Horaa ganda Gaalee Magadaatti gootichi abbaa Haqaa WBOn waraana weerartuu bilxiginnaa irratti tarkaanfii fudhatee jira.
Tarkaanfii ganamaan diina rifaasise kana fudhachaa kan jiru WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa keessa sosso’u Cibraan Gooroo Dugdaatii fi Madda Albuudaa diina uummata Oromoo dhukkee irraa kaasaaniin du’aa fi madoon adabanii jiru.

Injifannoo waraana bilxiginnaa irratti WBOn galmeesse booda irra walitti deebina.

Injifannoon uummata Oromoof!

Exit mobile version