Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Maanguddoo Oromoo yakka malee, Humnoonni Maqaa Mootummaan Of waaman ukkaamsan

Maanguddoo Oromoo yakka malee, Humnoonni Maqaa Mootummaan Of waaman ukkaamsan.

(SQ-Hagayya 28/2022)
Godina Wallagga Bahaa Eebantuutti WB0 waliin hidhata qabdu jechuun waraana Mootummaan ukkaamfaman.

Aadde Seedaree Doojaa Jaallataa Maanguddoo Kabajamuuf malu mana hidhaa keessaatti dararama jiru.

Exit mobile version