Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa godina Gujii Bahaa ona Gooroo Doolaatti tarkaanfii fudhate

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa godina Gujii Bahaa ona Gooroo Doolaatti tarkaanfii fudhate.

ONM-ABO Fulbaana 1, 2022 Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u cibraan Odaa Adoolaa aanaa Gooroo Doolaa ganda Daraaraa magaalaa Waadaraa fi Harqalloo walakkaatti kaleessa Hagayya 31, 2022 waraana garboomfataa PP irratti tarkaanfii cimaa fudhateen loltoota PP 15 battalumatti du’aan yoo gaggeessu 18 ammoo madeessuun injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version