Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Godina Baha Wallaggaa magaalaa Arjoo Guddattuu keessatti murni bilxiginnaa hidhaa hammeesse

Godina Baha Wallaggaa magaalaa Arjoo Guddattuu keessatti murni bilxiginnaa hidhaa hammeesse.

ONM-ABO Fulbaana 16,2022 kufuuf qarree kufaatii irra ga’e jiru bilxiginnaan uummata Oromoo goleewwan Oromiyaa mara keessatti uummata hidhaan dararaa jira.

Fulbaana 14,2022 ona Arjoo Guddattuu bulchiinsa magaalaa Arjoo keessatti ilmaan Oromoo akka bineensaatti adamsanii hidhanii jiru.

Namoota isaan haala kanaan hidhanii dararaa jiran maqaan isaanii Damee Araggaa, Marabbaa Asfawuu, Ximqataa Takiluu fi obbo Girmaa nama jedhamman ta’uu maddeen Arraata Biyyoolessa Orom

Godina Baha Wallaggaa magaalaa Arjoo Guddattuu keessatti murni bilxiginnaa hidhaa hammeesse.

ONM-ABO Fulbaana 16,2022 kufuuf qarree kufaatii irra ga’e jiru bilxiginnaan uummata Oromoo goleewwan Oromiyaa mara keessatti uummata hidhaan dararaa jira.

Fulbaana 14,2022 ona Arjoo Guddattuu bulchiinsa magaalaa Arjoo keessatti ilmaan Oromoo akka bineensaatti adamsanii hidhanii jiru.

Namoota isaan haala kanaan hidhanii dararaa jiran maqaan isaanii Damee Araggaa, Marabbaa Asfawuu, Ximqataa Takiluu fi obbo Girmaa nama jedhamman ta’uu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaa gabaasaniiru.

Itti dabaluunis obbo Girmaa ilma keetu Waraana Bilisummaa Oromoo keessa jira jechuun reebicha erga irraan ga’aniin booda mana hidhaaatti darbatanii jiru.

iyaa gabaasaniiru.

Itti dabaluunis obbo Girmaa ilma keetu Waraana Bilisummaa Oromoo keessa jira jechuun reebicha erga irraan ga’aniin booda mana hidhaaatti darbatanii jiru.

Exit mobile version