Magaala Finfinnee keessaatti Dargaggoota Oromoo Ukkamsuun itti fufe.
(SQ-Fulbaana 16/2022)
Dargaggoo Firoomsa Abboomaa Magaala Finfinnee akeessaatti Humna Tikaan yakka tokko amalee, Fulbaana 14/2022 Ukkaamfame.
Magaala Finfinneefi Naannooshee keessaatti Dargaggoonni Oromoo Tika Mootummaan Hordofamanii Hidhamaa jiru. Kun ammoo Sirnichi Abdi kutachuu argisisuudha jedhu Dargaggoonni.

