• Sat. Mar 14th, 2026

Magaala Finfinnee keessaatti Dargaggoota Oromoo Ukkamsuun itti fufe

Sep 16, 2022

Magaala Finfinnee keessaatti Dargaggoota Oromoo Ukkamsuun itti fufe.

(SQ-Fulbaana 16/2022)
Dargaggoo Firoomsa Abboomaa Magaala Finfinnee akeessaatti Humna Tikaan yakka tokko amalee, Fulbaana 14/2022 Ukkaamfame.

Magaala Finfinneefi Naannooshee keessaatti Dargaggoonni Oromoo Tika Mootummaan Hordofamanii Hidhamaa jiru. Kun ammoo Sirnichi Abdi kutachuu argisisuudha jedhu Dargaggoonni.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading