YOUTUBE ARRAATAA AMMAS MARSAA 5’FFAAF WAAN NURRATTI CUFANIIF LIINKI GADII CUQAASAA Subscribe Gochaa Dubbii AJAJAA OL’AANAA ABO-WBO Eeggadhaa
https://youtube.com/@ONM-sr6uz Injifannoon Uummata Oromoof!
WBOn Birgeedii Eebbisaa Addunyaa fi Odaa Kaarraa lola qindaa’aa ganama har’aa geggeessaa jiraniin aanaa Gaawoo Qeebbees guutuutti dhuunfachuu beeksise!
ONM-ABO Caamsaa 28, 2023 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo lola qindaa’aa har’a ganama barii sa’a 12:00 irraa qabuun godina Qellem Wallaggaa…
WBOn Birgeedii Eebbisaa Addunyaa fi Odaa Kaarraa tarkaanfii fudhachaa jiraniin aanaa Daallee Waabaraa dhuunfatan
ONM-ABO Caamsaa 28, 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii ganama kana aanaa Gaawoo Qeebbee fi Daallee Waabaraa keessatti…
WBOn godina Qellem Wallaggaa aanaa Gawoo Qeebbee fi Daallee Waabaraa irratti tarkaanfii fudhachaa jiraachuun barame
ONM-ABO Caamsaa 28, 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn garbummaa uummata Oromoo irratti hundee gadi fageeffate buqqisuun sabicha bilisummaa…
Loltoonni impaayera itoophiyaa sagal godina Gujii lixaa fi godina Booranaa aanota garaagaraa irraa gooticha waraana bilisummaa Oromootti harka kennatan
ONM-ABO Caamsaa 27, 2023 Lola Kaaba impaayerattii fi Oromiyaa keessatti geggeeffamaa tureen, gaagaa’amnii fi diigumsi guddaan dhaabbata mooraa waraana bilxiginnaa…