Miidhaa bulchiinsa Abiy Ahimed, rakkoo nageenya yeroo amma Oromiyaa keessa jiruuf itti gaafatama kan fudhaatu eenyuudha? Qaala’insa Jireenyaa hir’isuuf gaheen mootummaa maal? Haala lola amma Tigraay fi bakkeewwan biroo ilaalchisee turtii Jaal Dr. Gammachuu Abbashuu waliin turtii taasisne!
Qophii Qorqortii Siyaasaa ONM- ABO Onkoloolessa 19-2026 itti dhiyaadhaa!Miidhaa bulchiinsa Abiy Ahimed , rakkoo nageenya yeroo amma Oromiyaa keessa jiruuf…
