GAAFFII FI DEEBII: Jaal Sabaa’if Galgoo Ajajaa WBO Zoonii Kibba Bahaa ONM-ABO Waxabajjii 15, 2026
LIVE – Arraata Biyyoolessa Oromiyaa GAAFFII FI DEEBII Jaal Sabaa’if GalgooAjajaa WBO Zoonii Kibba Bahaa Waxabajjii 15 | Sa’aatii 8:30pm…
Diimookiraatik Rippaaablika Koongoo keessatti lakkoofsi namoota Iboolaan du’anii 149 ga’uu fi kanneen qabaman gara 710’tti ol guddachuun ibsame
ONM-ABO Waxabajjii 14, 2026 Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo keessatti lakkoofsi namoota Iboolaan qabaman keessaa namootni 149 du’uu fi 710tti ol guddachuu…
Aanaa Giddaa Ayyaanaa fi Kiiramuu keessatti loltoonni Bilxiginnaa dhukaasa walirratti bananiin hoggansi tokko ajjeefame
ONM-ABO Waxabajjii 14, 2026 Haleellaa qoqqoodiinsa sanyummaa gidduu loltoota faashistii Abiyyi Ahimaditti uumameen dhukaasa walirratti banuu keessa beektonni ifoomsan. Taateen…
Aanaa Harxummaa Fursee keessatti finxaaleyyiin Amaaraa qonnaan bultoota Oromoo rasaasaa ittii roobsuun ajjeesan
ONM-ABO Waxabajjii 14, 2026 Murni faashistii kolonel Abiy Ahimediin geggeeffamu finxaaleeyyii Amaaraa Faannoo jechuun of waamanitti meeshaa waraanaa hanga funyaaniitti…
