• Mon. Oct 12th, 2026

QOPHII DUBBII IJOO ONM-ABO

  • Home
  • Haala lola yeroo amma geggeeffama jiru, Tarkaanfii Gooticha WBO,lola gama kaabaa fi gaheen Uummata Oromoo WBO tumsuuf qabu ilaalchisee turtii Jaal Abbaa Washaa waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 10, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Loltoonni Eertiraa Tigraay yoo seenan Bilxiginnaaf yaaddoo akkamiiti, Masrii, Eertiraa, Sudaanii fi Somaaliyaan waliigaltee nagaa mallatteessuun kaayyoo nageenyaa akkamii galmaan ga’uuf yaadame? jedhuu ilaalchisee turtii jaal Haadha Aanaa waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 9, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Dubbii Ioo ONM- ABO Onkoloolessa 9-2026 itti dhiyaadhaa!Loltoonni Eertiraa Tigraay yoo seenan Bilxiginnaaf yaaddoo akkamiiti, Masrii, Eertiraa, Sudaanii fi…

Seenaa kabaja ayyaana Irreechaa, ayyaana irreechaa irratti namaoota ukkaamsuu, Lola Impaayera Itoophiyaatti adeemsifamaa jiruu itti bahinsi isaa maal, Oromoon akka Sabaatti yeroo murteessaa kanatti maal gochuu qaba jettu? Dhaamsa xumuraa yoo qabaattan asuuman jedhuu ilaalchisee turtii Jaal Hassan Fadiis waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 4, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 4-2026 itti dhiyaadhaa!Seenaa kabaja ayyaana Irreechaa, ayyaana irreechaa irratti namaoota ukkaamsuu, Lola Impaayera Itoophiyaatti adeemsifamaa…

Haala Qabsoon Oromoo Irra jiru,Qabsoon Bilisummaa Oromoo Keessatti tumsi godhaama ture maal fakkaata,Har’a hoo tumsi ABO-WBOn godhaate Saayinsii Qabsoo fi waraanaan akkamiin ifa kan jedhuu Irratti turtii Jaal Xaahaa Abdii Waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 1, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 1-2026 itti dhiyaadhaa!Haala Qabsoon Oromoo Irra jiru,Qabsoon Bilisummaa Oromoo Keessatti tumsi godhaama ture maal fakkaata,Har’a…

TMuddamni Haaraan gara kaaba naannoo Tigiraayitti muldhatu, Burjaajjii Maqaa Mootummaa Oromoo jedhuun PPn faarse bultoota kaadiroota fi deeggertoota taarsimoo isheettin ololaa jirtu ilaalchisee turtii Jaal Lalisee R. Galmoo waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Fulbaana 25, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Dubbii Ijoo ONM- ABO Fulbaana 25-2026 itti dhiyaadhaa!TMuddamni Haaraan gara kaaba naannoo Tigiraayitti muldhatu,Burjaajjii Maqaa Mootummaa Oromoo jedhuun PPn…

Boqochuu Kabajamtuu Artist fi Qabsooftu Ilfinash Qannoo, Sirna Bulchiinsa Abbaa Irree, Sochii WBO fi Qabsoo Uummata Oromoo kan durii fi kan Amma wal bira yoo qabnee hardhaa maliirra jira kan jedhuu irratti turtii Jaal Dr. Luba Bantii waliin taasisnee! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Fulbaana 7, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Fulbaana 7-2026 itti dhiyaadhaa!Boqochuu Kabajamtuu Artist fi Qabsooftu Ilfinash Qannoo ,Sirna Bulchiinsa Abbaa Irree, Sochii WBO…

Weerara lafa Oromoo Minilik II kaasee hanga Bilxiginnaatti, Maaliif lafti Oromoo yeroo hedduu madda walitti bu’iinsa siyaasaa fi dinagdee ta’aa dhufe? Tarkaanfii waraanaa fi siyaasaan kufaatiin sirna Bilxiginnaa maal fakkaata? Loltoonni Bilxiginnaa hamileen isaanii kufaatii irraa oolchuu nii danda’a? jedhuu ilaalchisee turtii Jaal Injifannoo Waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Fulbaana 6, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Fulbaana 6-2026 itti dhiyaadhaa!Weerara lafa Oromoo Minilik II kaasee hanga Bilxiginnaatti, Maaliif lafti Oromoo yeroo hedduu…