• Mon. Nov 2nd, 2026

FDG’n gaaffii siyaasaa Oromoo, keessumaa gaaffii bilisummaa, walqixxummaa fi mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu, sadarkaa biyya keessaa fi idil-addunyaatti beeksisuu keessatti gahe isaa, Haala qabsoo bilisummaa Oromoo yeroo ammaa fi jijjiiramoonni siyaasaa ilaalchisuun turtii Jaal Injifannoo Waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 31, 2026 Itti Dhiyaadhaa!

Oct 31, 2026

Qophii Dubbii Ijoo ONM- ABO Onkoloolessa 31-2026 itti dhiyaadhaa!
FDG’n gaaffii siyaasaa Oromoo, keessumaa gaaffii bilisummaa, walqixxummaa fi mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu, sadarkaa biyya keessaa fi idil-addunyaatti beeksisuu keessatti gahe isaa, Haala qabsoo bilisummaa Oromoo yeroo ammaa fi jijjiiramoonni siyaasaa fi waraanaa impaayera Itoophiyaa keessatti, keessumaa naannolee Amaaraa fi Tigraayitti mul’achaa jirana ilaalchisuun turtii Jaal Injifannoo Waliin taasisne!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/share/1L2SirxwZx/?mibextid=wwXIfr
YOOKIIN
https://www.facebook.com/profile.php?id=61593133576637
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:
t.me/arraata_biyyoolessa_oromiyaa
YouTube:-
http://www.youtube.com/@arraata-k5k
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaada, gaaffii fi qeeqa yoo qabaattan teessoo keenya Whatsapp: +447570361431 Tel : +447570361o431 Email: bariibilisummaa103@gmail.com nu argachuu dandeessu!
Sagalee Cunqurfamtoota!

Leave a Reply