Godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee keessatti bulchitoonni sirnichaa maqaa qamadii nuti jenne sirnaan qotaa hin jirtan jedhuun jiraattota doorsisaa jiraachuun himame
ONM-ABO Bitootessa 13, 2025 Akka jiraataan aanaa Harxummaa Fursee ganda Coqorsoo irraa Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa dubbise tokko jedhutti, bulchitoonni sirnichaa…
