Qophii Dubbii Ijoo ONM- ABO Onkoloolessa 17-2026 itti dhiyaadhaa!Waraanni Oromiyaa keessatti dheerachuu, uummanni mirga yaada ofii ibsachuu dhabuu, lolli Kaabaa…
ONM-ABO | Onkoloolessa 17, 2026 Godina Lixa Harargee aanaa Doobbaa araddaa Misiraa Cirfaa keessatti, waraanni maafiyaa Bilxiginnaa torban darbe keessa…
ONM-ABO | Onkoloolessa 17, 2026 Godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Daarimuu keessatti waraanni faashistii Abiy Ahimed, jiraattota ukkaamsanii maqaa “isin…
ONM-ABO | Onkoloolessa 17, 2026 Abdii kutannaa hamaa keessa seenuun balleessee baduuf karoorfatee kan jiru murni Bilxiginnaa wayita ammaa kana…
ONM-ABO | Onkoloolessa 17, 2026 Baha Wallaggaa aanota Gidda shanan jedhamanii waamaman keessatti, murni maafiyaa Bilxiginnaa jiraattota saalaan osoo hinqoodin…
Qophii Addaa ONM- ABO Onkoloolessa 17-2026 itti dhiyaadhaa!Turtii Jiraataa Aanaa Sulultaa waliin taasisne!Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-Facebook:-https://www.facebook.com/share/1L2SirxwZx/?mibextid=wwXIfrYOOKIINhttps://www.facebook.com/profile.php?id=61593133576637Twitter:-https://twitter.com/ArraataOTelegram:t.me/arraata_biyyoolessa_oromiyaaYouTube:-http://www.youtube.com/@arraata-k5kRumble:-https://rumble.com/c/ONMYaada, gaaffii fi qeeqa yoo qabaattan…
እኛ፣ ከዚህ በታች የፈረምን የኦሮሞ ምሁራን፣ በኢትዮጵያ እየተባባሰ የመጣውን የፖለቲካ ቀውስና በአገሪቱ ሕዝቦች ላይ እያስከተለ ያለውን አስከፊ ውጤት በከባድ ስጋት…