Waraanni Impaayera Itoophiyaa yakka tokko malee, Ajjeesu itti fufe
SQ-Muddee 1/2023 Waraanni Impaayera Itoppphiyaa Shaggar Bahaa Boosat keessatti Shamarree tokko hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda jechuun ajjeese. Barattuu Na’iimaa Abdoo kan…
Lixa Oromiyaa Ona Gullisoo Araddaa Wayyuutti waraanni Mootummaa yakka tokko malee, ajjeesan
SQ-Sadaasa 30/2023 Waraanni Mootummaafi humni tikaa ergaa marii Araaraa Taanzaniyaa Fashala’ee asiitti Dargaggootaafi Sabboontoota Haala nama suukanneessuun ajjeeesu itti fufaniiru.…
Waraanni Mootummaa Ergaa Marii Araara as Gocha suukanneessaa raawwachuu itti fufe
SQ-Sadaasa 25/2023 Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu Ganda Oomii Kalaalaatti Waraanni Mootummaa Dargaggoo Addisuu Walee yakka tokko malee…