• Tue. Apr 28th, 2026

YAADANNOO ABBOOTII GADAA KARRAYYUU WAGGAA 4FFAA:Gaafa isin ajjeesan itti yaadanii Duudhaa fi Sirna Gadaa Oromoo ajjeesuuf godhan

Dec 3, 2025

Erga isinirratti dhumaatii sana raawwatanii Oromootti akka malee hammaatanii Oromoo lafarraa daguugaa jiru.
Sirni isin ajjeese garuu har’allee boqonnaa hin arganne, hin boqonne. Dhiigi keessan ammayyuu haga bilisummaa ishee dhumaatti gaaza qabsooti.Isin irratti dabni hojjetamee jumlaan erga rashanamtanii har’a waggaa 4ffaa ta’ee jira!! Hogguu bara baraan cufa keessan isin yaadanna, sirni isin daguuges hundeen buqqa’ee ekeraan keessan boqochuuf jira!!

Waggaa 4ffaa dhumaatii Abbootii Gadaa Karrayyuu Jila Gadaa Michillee
Mudde 01,2021 Kanneen Shiftoota nama nyaataa murna PPtiin Wareegamaniif.

Mudde: 1/2025
Injifannoon Ummata Oromoof!! #hilightseveryonefollowers #qbo_post #oromoyouth_liberation_movement

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading