Turtii jiraataa Aanaa Qarsaa Maallimaa waliin taasisne! Qophii Addaa ONM-ABO Sadaasa 4, 2026 Itti Dhiyaadhaa! Nov 4, 2026
Impaayera waggoota hedduuf Oromoota gabroomfataa jiru, murni Bilxiginnaa mootummaa Oromooti maaliif jedhu gariin, Oromoon nagaan qe’ee isaa keessatti jiraachuuf maal gochuu qaba, Oromoon wabii nageenyaa isaa kan ta’e WBO akkamitti jabeessuu qaba? jedhuu ilaalchisee turtii Jaal Haadha Aanaa waliin taasisne! Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Sadaasa 4, 2026 Itti Dhiyaadhaa! Nov 4, 2026