“Aarsaan Oromiyaa Diiguuf Kaffalamu, Oromiyaa Ijaaruuf Haa Ta’u!” – (IRRA-DEEBII: Waamicha Qeerroo Bilisummaa Oromoo- Caamsaa 18, 2023 taasifame)
Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhiigaa fi lafee qabsaa‟ota bilisummaatiin gulantaa kanarra ga‟eera. Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo mirga Abbaa Biyyummaa fi Walabummaa…