PPn ijoollee Oromoo leenjii lolaatti geessuun ibiddaan waaduuf Magaalaa Shaggar, Kutaa magaalaa Koyyee Faccee, aanaa Tulluu Diimtuu keessatti walitti qabdee jirti. Oromoon dibbee lolaa tumamaa jiru kana diduu qaba!
QBO #highlights #highlightseveryone
