Jiraattonni Magaalaa Barbar Humni Addaa Naannoo Amahaaraa nurraa ha bahu
Jiraattonni Magaalaa Barbar Humni Addaa Naannoo Amahaaraa nurraa ha bahu jechuun Hiriira Mormii geggeessaa jiru. (SQ Bitootessa 16, 2022) Godina…
Jiraattonni Magaalaa Barbar Humni Addaa Naannoo Amahaaraa nurraa ha bahu jechuun Hiriira Mormii geggeessaa jiru. (SQ Bitootessa 16, 2022) Godina…
Shaggar Lixaa Ona Gindabarat Magaalaa Kaachisitti Ajjechaan Suukaneessaan raawwatame. Obbo Joonsee Biqilaa maanguddoon jedhaman Ilmasaanii Qannoo Joonsee kan Mana Hidhaa…
Magaalaa Dambi Doollootti Waraanni Bilxiginnaa Hojjetaa Baankii Daldala Itoophiyaa Ajjeese! — SBS-Guraandhala 27/2022 — Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti…
Miseensa Gumii Sabaa fi Shanee Gumii Adda Bilisummaa Oromoo Kan ta’aan Jaal Abdii Raggaasaa Yakka Tokko malee manneen hidhaa biyyaatti…
Wallagga Bahaa Ona Eebantuutti Waraanni PP Uummata Irratti Dhukaasa Banan Muurnoonni PP guyyaa har’aa ganama irraa kaasee Lixa Oromiyaa Ona…