• Sun. Apr 26th, 2026

Shaggar Lixaa Ona Gindabarat Magaalaa Kaachisitti Ajjechaan Suukaneessaan raawwatame

Mar 9, 2022

Shaggar Lixaa Ona Gindabarat Magaalaa Kaachisitti Ajjechaan Suukaneessaan raawwatame.

[SQ Bitootessa 09, 2022]

Obbo Joonsee Biqilaa maanguddoon jedhaman Ilmasaanii Qannoo Joonsee kan Mana Hidhaa jiruuf yeroo nyaata geessan, Waranni Weerartuu Nafxanyaa Abiyyi Oromootti bobbaase, Obbo Joonsees qabanii Mucaa isaanii Qannoos erga Mana Hidhaatii baasanii lamaan isaanii wal faana ajjeesanii gatani.

Roorroon Oromoo dangaa kan darbe ta’uu agarsiiftuun kana caalu jiraa laata? Falli isaa Irree Ofii Jabeessanii falmachuudha, falli dhumaa of ittisuudha.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading