Somaaliyaa keessaa Gamtaan Afrikaa fi Mootummoonni Gamtooman marsaa lammaffaa loltoota isaanii baasuuf akka jiran Jiinu’aan gabaase
ONM-ABO Mudde 4, 2023 Somaaliyaatti Ergamaan Ce’umsaa Gamtaa Afrikaa (ATMIS) fi Waajjirri Deggarsa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNSOS) Sanbata dheengaddaa waliin ta’uun…
Waraanni faashistii PP aanaa Toongoo fi Begii keessatti namoota nagaa hidhuu jabeessan
ONM-ABO Mudde 4, 2023 Gareen maafi’aa PP namoota nagaa dararee aangoo isaa dheereffachuuf of ijaare, waraana isaaf amanamoo ta’aan Oromiyaa…
Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan keessaa shammarran lamaa fi dargagoonni lama hidhamuun dhaga’aame
ONM-ABO Mudde 4, 2023 Maqaa waraana Bilisummaa Oromoo qallabdu, odeeffannoo kennituu fi hariiroo isaanii qabdu jedhuun ilmaan Oromoo golee Oromiyaa…
Kibba lixa Shaggar aanaa Tolee magaalaa Baantuu keessatti dargaggeessi tokko rasaasaan rukutamee yoo madaa’u, aanaa Daawoo keessatti ammoo mana tokko gubuun hidhaanis namoota irratti hammaachuun dubbatame
ONM-ABO Mudde 4, 2023 Waraanni murna bilxiginnaa hordoffii hin qabnee fi akka barbaadanitti dhuganii machaa’uun akkasuma kopha kopha deemuun akka…
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo baha Oromiyaa Harargee lixaa aanaa Ciroo keessatti Cibraan Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaa tarkaanfii fudhachuu beeksise
ONM- ABO Muddee 4, 2023 Gootichi abdii sabaa waraanni bilisummaa Oromoo tarkaanfii diinaaf lukkeelee diinaa irratti fudhatu jabeessee itti fufuun…