Obbo Shimallis Marroo waliin mari’achuuf qophiidha jedhan, WBO’n maal jedha? G/A/O ABO-WBO Jaal Jireenyaa Guddataa |BBC Afaan Oromoo, Ebla 3, 2026 |
Pirezidantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Oromiyaa keessatti nagaa waaraa buusuuf Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin mari’achuuf qophii…
