• Tue. Apr 28th, 2026

Jaal Abdii Raggaasaa Yakka Tokko malee manneen hidhaa biyyaatti gara garaa keessaatti dararama turuun niyaadatama

Feb 21, 2022

Miseensa Gumii Sabaa fi Shanee Gumii Adda Bilisummaa Oromoo Kan ta’aan Jaal Abdii Raggaasaa Yakka Tokko malee manneen hidhaa biyyaatti gara garaa keessaatti dararama turuun niyaadatama.

Guyyaa har’a mana hidhaa duraan turaan Qajeelcha Poolisii Magaalaa Galaan Akka hinjirreefi eessaatti Akka geeffaman hinbaramne jedhe odeessi Sagalee Qeerroo Bilisummaa qaqabe.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO

Guraandhala 21/2022

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading