☘️ Ethiopian meeshaalee mechanized gurgudda gara Affaar fe’aa jirti.
Humni waraanaa 147,000 ta’u general Abebaw Tedesan hogganamee gara sana deemuf qophiitti akka jiru himamaa jira.
Ertiran gamashiin Ethiopian lafakoo humnaan qabachuu barbaaddi taanan qolachuuf qophii akka jirtu himamaa jira.
Ummanni daangaarra jirus baqachaa Jira.
Caayaa Qeerroo hordofaa!

