Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Waraanni murna bilxiginnaa godina Lixa Wallaggaa ona Qondaalaa magaalaa Ashunfaa qubatanii turan tarkaanfii laalessaa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo ona Baabboo Gambeel irratti fudhatee

ONM-ABO 26,2022 Waraanni murna bilxiginnaa godina Lixa Wallaggaa ona Qondaalaa magaalaa Ashunfaa qubatanii turan tarkaanfii laalessaa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo ona Baabboo Gambeel irratti fudhatee baaraguun mootummaa naannoo Beenishaangul Gumuz magaalaa Baambaasiitti baqataa osoo jiranii WBOn tamsaasuun milishoota sirnicha lama qawwee AKM 2 fi hidhannoo rasaasaan guutuu waliin irraa booji’ee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version