Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa godina Lixa Wallaggaa ona Baabboo Gambeel irratti tarkaanfii fudhate

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa godina Lixa Wallaggaa ona Baabboo Gambeel irratti tarkaanfii fudhate!

ONM-ABO Fulbaana 23,2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasaa jiran irratti har’a Fulbaana 23,2022 ganama toora sa’a 12:00 qabee tarkaanfii laalessaa irratti fudhachuun da’annoo fi mooraa keessaa gugsaa jira.

Guutuu gabaasa kanaa xumura lolaa booda Arraata Biyyoolessa Oromiyaan qabannee isiniif dhiyaanna.

Fuula telegram
You Tube fi FNN irraan nu hordofaa!

Exit mobile version